Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi
by K Technologies
Barumsa seenaa nabiyyii bifa gaaffif deebiin qophaaye
App Name | Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi |
---|---|
Developer | K Technologies |
Category | Education |
Download Size | 7 MB |
Latest Version | 9.0 |
Average Rating | 5.00 |
Rating Count | 184 |
Google Play | Download |
AppBrain | Download Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi Android app |
Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.
Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba. Rabbiin keenna seenaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Qur’aana keesssatti nuuf himee jira. Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf. Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf”. Kun bu’aa seenaan qabuudha. Kanaafuu muslima irraatti seenaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama