Hiibboo fi Deebii
Icon Hiibboo fi Deebii

Hiibboo fi Deebii

by K Technologies

Hiibboo Deebii sirrii waliin (riddles with answers)

App NameHiibboo fi Deebii
DeveloperK Technologies
CategoryEntertainment
Download Size25 MB
Latest Version8.0
Average Rating5.00
Rating Count90
Google PlayDownload
AppBrainDownload Hiibboo fi Deebii Android app
Screenshot Hiibboo fi Deebii
Screenshot Hiibboo fi Deebii
Screenshot Hiibboo fi Deebii
Screenshot Hiibboo fi Deebii
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.

Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

More apps from the developer

Related Apps

More Apps like Hiibboo fi Deebii